Finfinnee, Onkoleessa 30, 2025: Amineestii Internaashinaali haleellaa qileensaa Ameerikaan kaaba-lixa Yaman Sa’adaa irratti baatii Eebla 2025 keessa raawwatte kan godaantota Itoophiyaa hedduu ajjeesee ...
አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 21/ 2018 ዓ/ም፦ ህወሓት “መንግሥት የፕሪቶሪያውን የሰላም ስምምነት እየጣሰና እያኮሰሰ ነው” ሲል በመክሰስ ስምምነቱ “ከመቼውም ጊዜ ...
Finfinnee, Onkoloolessa 31, 2025: Yeroo lammileen biyyattii walabummaan socho’uu dadhaban, mootummaan fudhatama hundee ta’e dhaba. Harra Itoophiyaan walabummaa sochiitiinillee biyya qoodamtedha.
Finfinnee, Onkoloolessa 07, 2025: Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa mootummaan Eertiraa fi Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) walooma Tsimdoo jedhu ijaarratanii waraana Itoophiyaa irratti banuuf ...
Finfinnee, Onkolooleesa 23, 2025: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa (NEBE) guyyaa filannoo waliigalaa biyyattii marsa 7ffaan waxabajjii 1, 2026 akka gaggeeffamuu yaada dhiyeesse. Hoggantoota ...
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2025: Ministerrii Muummee Abiy Ahimad Kibxata kaleessaa miseensota Mana Maree Bakka Bu’ootaa Ummataatti akka himanitti, Itoophiyaan akkamitti ulaa Galaanaa dhabde kan jedhu ...
Finfinnee, Onkoloolessa 29, 2025: Manni Amantaa Ortoodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa ji’a Onkoloolessa kan qofaa keessa naannoo Oromiyaa Godina Arsiitti namootni 25 ajjeefamuu ibse. Manni Amantaa ...
አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 20/ 2018 ዓ/ም፦ የኤርትራው ፕሬዝደንት ኢሳይያስ አፈወርቂ የግብፁ ፕሬዝደንት አብደል ፋታህ አል ሲሲ ባቀረቡለት ግብዣ መሠረት ዛሬ ማለዳ ...
Finfinnee, Adoolessa 19, 2025: Godina Boorana Bahaa Aanaa Dhaasitti, kaleessa hidhattoonni namoota afur ajjeesuu jiraattonni fi hojjetoonni mootummaa aanaa fi Gandaa himan. Haleellaa kaleessa ganama ...
Finfinnee, Onkololeessa 02, 2025: Ameerikaan pirojeektii ijaarsa buufata xiyyaaraa idil addunyaa Bishooftuu akka deeggartu kan himame yoo ta’u, kunis kaka’uumsa biizinasii guddaa Doonaldi Tiraampi ...
Finfinnee, Hagayya 29, 2025: Magaalaa Maqaaleetti Bajaajiin gara handhuura walakkeessa Magaalattiitti akka hin seenne bulchiinsi magaalatti dhorkuu hordofee abbootiin qabeenya Bajaajii murtee kan ...
Finfinnee, Onkololeessa 09,2025: Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) himata Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa “Eertiraa fi TPLF wal ta’anii waraana natti banuuf” jechuun himate kaleessa kuffisuun, ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results